Beteliheem Gebramikaa’el jedhamti. Mana barumsaa bultii addaa Maqalee kan turte yoo ta’u, guyyoota 10’f erga dhabamtee booda reeffishee argamte. Barattuun kun ALI Caamsaa 11, 2016 Dilbata ganamaan ...